Monthly Archives: June, 2026

Artiin kan qabsoofte, geerarsasaan kan baroodde Maaramee Harqaa eenyu?

Zelalem Tadesse Duressa (BBC Afaan Oromoo)
Gahee,Senior Broadcast JournalistGabaasni irraati,Nairobi

Fo’ii loli ……goonni haa baruudu…

Fo’ii loli, goonni haa baroodu… jechuun weellisuun beekamti. Qixa isa hidhatee loleetti sirbaan qabsoofteetti jedhu warri ishee beekan.

Bilisummaan tola hin dhufu sirbi ishee jedhus haalaan beekama. Maaramee Harqaa Kaasaa akkamiin yaadatamti?

Dubartummaa, Mirga, Finfinnee weelluuwan isheen ittiin beekamtu keessaa muraasa.

Barsiiftuu qofa osoo hin taane qabsooftuu mirga namoomaa jabduudha. Weellistuu Maaramee Harqaa. Xiiqiin kan isheen ittiin beekamtudha, Jagnadha. Garuu gara laafettiidha. Amala qabeettii ammoo saba isheef akka malee quuqamuun beekamti.

Uuummata Oromoof aarsaa kamuu kaffaluuf yeroo hundaa qophooftuu turte. Gochaanis agarsiifteetti. Hojii barsiisummaa ramadamte keessattis waan irraa eegamu bahatteetti jedhu namoonni Maarameetti dhiyaataa turan.

Maaramee Harqaa uummata Oromoof akka malee quuqamti ture. Dubartoo onnee guutuu fi uummanni Oromoo akka baratuuf tattaafataa turtedha jedhe barreessaan kitaaba Seenaa Qabsaa’ota Dubartoota Oromoo Baqqalaa Warquu.

Cunqursaa uummata isheerra gahu jibbuun lubbuu fi jireenya ishees nama mararsiifataa ture miti jedhu namoonni waa’ee Maaramee Harqaa dubbatan. Maaramee Harqaa Ijoollee ishee lamaan Gammachuu fi Lalisee dhiistee yeroo waraana Bilisummaa Oromootti makamuuf turtes ni jira. Sanuu erga abbaan warraa ishee irraa du’ee ture.

Dubartii beekamtuu maatii qabsaa’otaa irraa dhalatte tokkotu akka isheen haftu gorse.

Silaa sirbi Gundoo Booree kan isheen ittiin beekamtudha. Kitaaba Gundoo Booree jedhus uummata isheef gumaachiteetti. Gundoo Booreen sirna fuudha afi heerumaa uummata Wallaggaa biratti bakka olaanaa qaba.

Maaramee Harqaa eenyu?

Xumura bara 1950 keessa abbaashee Obbo Harqaa Kaasaafi haadhashee aadde Geexee Baloo irraa godina Wallaggaa Bahaa, Aanaa Gobbuu Sayyoo, ganda Qeejjoo jedhamutti dhalatte.

Obboleewwan dhiiraa 5 fi dubara 1 waliin gara addunyaa kanaa, kan dhufte gootittiin kun, umrii daa’imummaa isheetti amala qabeettii, dhugaa dubbattuufi karaa dabaan ammoo tole kan hin jenne, kan xiiqii hin dandeenye, waan hundi kan irraa miidhagu faaya Oromoo turte jedhe barreessaan kitaaba Seenaa Gootota Dubartoota Oromoo Obbo Baqqalaa warquu.

Barnootashee sadarkaa 1ffaa Baakkotti, sadarkaa 2ffaa ammoo Ambootti kan baratte gootittiin kun, yeruma barattus qaama Oromoof hojjatu waliin hojjachaa kan turteefi quuqama Oromoof qabdu karaa addaatin agarsiisaa nama turte, sabboontuu Oromooti.

Barnootashee sadarkaa lammaffaa akka xumurteenis gara Koolleejjii Dabra Birhaanitti imaluun leenjii barsiisummaa (TTI) fudhattee gara Amboo deebi’uun magaalaa Amboo naannawa Awwaaroofi achuma iddoo garagaraa barsiisaa turteetti.

Bara Dargii keessas Miseensa ABO ta’uun, Amboofi naannawa sanatti, Jajjabeef barnootaafi leenjii jajjaboo kennaa akka turtetu himama. Keessattuu qabsoo qubee barsiisuu keessattis adda duree ta’uun, shamarran hedduu dirree barnootaatti waamteetti.

Kana malees, gootota dubartoota Oromoo kanneen akka Ilfinash Qannoo, Angaatuu Baalchaafi kkf danuu waliin ta’uun qabsoo walleefi weelluu Oromoo keessatti ashaaraa mataashee keesseetti.

Addi Bilisummaa Oromoo erga mootummaa ce’umsaa keessaa bahees, bara 1984 sirna mootummaa yeroo sanaan dhiibbaa isheerra gahaa tureen baqachuun gara Finfinneetti galte.

Haa ta’u malee, erga gara Finfinnee dhuftees mootummaan yerosii hordoffii ishee dhiisuu waan dideef, tasgabbiin taa’uu hin dandeenye.

Gidiraan ittuu hammaachaa dhufnaan hojii barsiisummaa dhiistee dhaabbata dhuunfaa Oromo Relief Association (ORA)tti qacaramtee hojjachuu eegalte jedhe Baqqalaa Warquu.

Utuu gara barsiisummaa hin dhufin yeruma barattuu turtetti baay’ee cimtuu turte.

Kanarraa ka’uun, hawwannaafi cimina isheen gama kamiinuu qabdu ilaalee, qalbii isaa fudhattee yeroo kutaa 9ffaa barattu barsiisaashee kan ture nama jabaafi seenaa qabeessa ta’e, barsiisaa Jifaara Qarneessaa jedhamuun gaa’elaaf gaafatamtee itti heerumuun ijoollee lama horataniiru.

Ijoollee Leellisee Jifaaraa fi Gammachuu Jifaaraa jedhamu horatanii jiru.

Baqqalaan ilma Maaramee wabeeffachuun kitaaba isaa keessatti akka ibsetti, Maarameen uummatni Oromoo lafa utuu qabu, biyya utuu qabu, mirga bilisummaan jiraachuu utuu qabuu, maaf lafasaa dhaba?

Maaf namasaa dhaba? Maaf gootasaa dhaba? Maaf biyyasaa dhaba? Maaf mirgasaa dhaba? Maaf alagaan gidirfamee jiraata? Jechuun gaafattee deebii dararaa ittuu jabeessu erga argiteen booda, jajjabee Oromoof qabsaa’u faana taatee cichoominaan falmuuf kaate jedha.

Barreessituun dubartii qubeetiin barreessuun hangafa taate kun, walleewwan hedduus weellistootaaf barreessuun ofiifis weellisuun haadha ogummaa baayyee tahuu hime.

Biyyoo biyya lafaa eenyut sirratti hafaa

Du’a biyya lafaa eenyu irraa hafaa? jettee akkuma weelliste Maarameen bara 1995 boqatte.

Sirba kana abbaa warra isheef weellisuu hin hafne. Sababni isaa ammoo erga inni boqatee baay’ee miidhamtee turte jedhan namooni Maaramee beekan.

Jabaatanii dhukkubaa fi du’arraa wal hin hanbifannu, Dabareen kiyya na gahee hanga sibira gahuttii, nagaatti jettee kan sirbite kaasseta ishee tokko keessa jira.

Maarameen yeroo adda addaatti hidhamtee, reebamtee dararaa arguun erga dabarsitee booda, uummata isheef jiraatte bara 1995 dhukkubsatee utuu yaalamaa jirtuu lubbuun dabarte.

Waldaan Barreessitoota Oromiyaa badhaasa ogbarruu Gaaddisaa bara 2022 qopheeserratti, barreessituu hangafa kanaaf badhaasa beekamtii bakka isheen hin jirretti yaadannoodhaaf kennameera.

Gudoo Booree
Oromoota Maccaa keessumaa ilmaan Jaawwii biratti yeroo cidhaa sirbi Gundoo Booree bakka olaanaa qaba.

Fuutuu….. eenyu isheen dhuftee fuutu……

jechuun hiriyyoonni misirrittii xiiqiidhaan qabatanii warra waayillan gurbaatti sirbu. Aarii qabu. Hiriyyaa isaanii waan jalaa fudhataniif aarii fi xiiqiidhaan sirnuma gammachuu kana irratti sirbama.

Yeroo waayillan gurbaa Gundoo Booree fudhachuu dadhaban Gundoo Booree… Dhiistee galta mooree? Gundoo dhiigaa….. Gurroo dhiiraa dhiistee galta mooree? jedhanii sirbu.

Gundoon Booree aadaa jabaa uummata Oromoo yoo ta’u, gootittii Maaramee Harqaan ammoo mata duree kitaabashee godhattee taateewwan akka aadaa, siyaasa, safuufi seenaa danuu achi keessatti dibdee agarsiiste jedhe Baqqalaan.

Gundoo Booree

Booree Gundoo Booree kan jedhan

Missirroof hodhama meeshaa isaa kaan wajjin

Hanga gundoo addooyyee hin ga’u Gundoon kaan

Feetus addooyyeen ishee hodhitee ni fiddi

Bareedina intalaa kuftee kaatee eegdi

Addooyyee jechuun hiika aadaa keenyati jechuun Maarameen kitaaba ishee keessatti walaleesiteetti.

Kitaaba Maarmee Harqaa, Gundoo BooreeMadda suuraa,Kitaaba Maarmee Harqaa
Sirboota Maaramee Harqaa
Maaramee Harqaa walumaa gala kaasseta afur maxxansiifteetti.

Kaassettaa is ajalqabaa A.L.Atti bara 1997 mana muuziqaa Zeddiitti maxxansiiste. Kaassetti jalqabaa kun sirboota kudhan qaba.

Boonaa warraa

Fandishee Alaa’ee

Asham Baabee

Ishoo loli yaa durbee

Hin booyin golloo

Qarree durbaa baali hinhaadu

Bilisummaan tola hin dhufu

Harcumme yaa looyye

Si hin waamne yaa seesaa

Yaa Sharrittii koo Jedhan ni argamu.

Akkasumas, kaassetta isa biroo bara 2000 A.L.A. mana maxxansaa muuziqaa Kiiloleetti maxxansite keessaas mata-dureewwan kudhan

Finfinnee, Kuufama kee yaa garaa, Geerarsa,Faaruu Oromiyaa, Ongololi, Falmadhu addooyyee, Yoona malee yoomiree jedhan jiru.

Maaramee Harqaa barsiiftuu fi weellistuu qofa hin turre. Qabsooftuu mirga namoomaa fi ambaasadara aadaati jechuun danda’ama.

The Truth Behind the Lens: A Reflection on Activism, Legacy, and Identity

“Dabeessi afaan goota, yoo diina arge hoota.” (A coward speaks like a hero, but flees at the sight of the enemy.)

In the period of transformation, a desire emerged among some activists from the Oromo Liberation Front (ABO) and the Oromo Federalist Congress (KFO) to meet and exchange views. This led to an unusual gathering at the residence of Jawar Mohammed—a meeting that would later become a source of profound reflection for those who attended.

The story of that day, and the subsequent events, reveals a complex narrative about leadership, media representation, and the ownership of a people’s struggle.


The Summons and the Scrutiny

Darajjee Margaa, who at the time had a role in the KFO concerning youth affairs, acted as an intermediary. He was contacted by Jawar Mohammed, who expressed a desire to discuss important matters with several youth from the ABO. Darajjee then extended the invitation to a group of us.

On the appointed day, about 15 of us assembled and went to Jawar’s residence in Bole. The atmosphere was laden with suspicion. Before we entered, we were subjected to a thorough security check. We were disarmed—our phones and even our pens were taken from us. The justification given was the fear that if we recorded the conversation, it could be weaponized against them.

This act of stripping us of our basic belongings set the tone for a meeting that was meant to be a dialogue but felt more like an interrogation. It was the first time most of us had seen Jawar in person. He appeared to us not as the figure we saw on television, but as someone seated in a posture we found peculiar—sitting low like a Somali woman selling jima (khat) at a market.


The Core of the Conversation

Once the formalities were over, Jawar laid out his intentions. He stated that the struggle had moved past the phase of confrontation, and now it was time to work for the people. He urged the youth, whom he acknowledged had paid a heavy price in the struggle, to join him in this new endeavor. He raised a crucial question for debate: Should he found a new political party? Or should he join the existing ABO or KFO? Or should he continue as an activist?

This was the moment for us to speak. I took the opportunity to respond with two critical points:

  1. The Silence on Atrocities: I questioned Jawar’s moral standing, pointing out that while he spoke of struggle, he remained silent on the fate of Oromo prisoners and massacres. I asked him why he had not raised his voice against the suffering of Oromos. “Why are you silent when Oromos are being imprisoned and killed?”
  2. The Redundancy of a New Party: I argued that the Oromo people do not need a new party. The existing structures—the ABO and KFO—are sufficient vehicles for the struggle. If he wished to serve the people, he should join one of these existing organizations. “The Oromo people do not need a new party. The ABO and KFO are enough for us.”

The meeting was charged with emotion. Fellow youth, particularly those from Guji, were visibly angry and spoke with deep frustration.


The Interview with Tom Gardner and the “Father of Qeerroo”

Following the meeting, a documentary filmmaker named Tom Gardner from the UK began researching the Oromo youth movement. He interviewed many figures, including Jawar Mohammed, and then approached me for an interview at the Hyatt Regency in Finfinne.

During the interview, Tom asked a series of pivotal questions regarding the emergence of the Qeerroo (Oromo Youth) movement. He wanted to know when I joined and how the movement was organized.

In my response, I clarified that while the youth movement had existed since 2005, it was formalized as the “Qeerroo Bilisummaa Oromoo” (QBO) in 2011. I explained that this structure was established under the umbrella of the ABO, with its leaders reporting to ABO officials. I emphasized that Jawar Mohammed had no role in founding the QBO; his influence came much later, around 2014, and was limited to social media activism.

When Tom Gardner indicated that Jawar had claimed to be the leader of the Qeerroo, I felt it was necessary to correct the record. I urged Tom to interview more youth who had been actively involved in the struggle from 2014 to 2018, assuring him they would confirm that the leadership and direction came from the ABO, not from Jawar.


The Fight for Truth

Later, I learned that Jawar was attempting to claim ownership of the Qeerroo movement. He aimed to position himself as the “Father of Qeerroo” to legitimize his political ambitions and draw youth away from the ABO and KFO. This was a betrayal of the trust of the youth who had sacrificed so much.

The narrative that Jawar was the architect of the Qeerroo movement is a distortion. The QBO was established in 2011 by the ABO, and its legitimacy is rooted in its connection to the Oromo people’s long struggle for freedom, not in the media campaigns of an individual.


A Final Reflection

Jawar Mohammed has used his platform for personal gain. He has surrounded himself with people who flatter him, failing to build a genuine relationship with the courageous youth who have endured imprisonment and the frontlines. In my view, he is like a dog that barks endlessly, but in the end, it is the bite that reveals true intent.

The Oromo struggle is bigger than any single individual. The history of our freedom is written by those who have sacrificed, not by those who seek to rewrite it for their own benefit.

It is my duty to tell this story so that the Oromo people may know the truth about those who seek to lead them.

Beyond the Ballot Box: ABO Calls for Inclusive Dialogue as Ethiopia’s 7th Election Looms

In a sweeping declaration, the Oromo Liberation Front (ABO) has charted a course that transcends electoral politics, positioning itself as a champion of comprehensive national dialogue rather than a mere participant in Ethiopia’s upcoming 7th round of elections.

“Rakkoon Biyya keenya qabatee jiru, Filannoo qofaan kan furamu osoo hin taane, Marii hunda galeessa barbaada” — “The problems gripping our country cannot be solved by elections alone; we need inclusive dialogue.”

This powerful assertion forms the cornerstone of the ABO’s latest communiqué, issued from Finfinnee on June 22, 2026, as the party reflects on its participation in the electoral process while maintaining its commitment to peaceful struggle and national reconciliation.

A Dual Path Forward

The ABO’s statement reveals a nuanced position: while the party has engaged in the electoral mechanisms established by the electoral board, it maintains that genuine solutions to Ethiopia’s multifaceted crises require far more than ballot box outcomes. The party emphasizes that genuine, transparent dialogue involving all stakeholders must be conducted without undue time constraints.

“We have participated in Ethiopia’s 7th election, fulfilling our obligations and addressing gaps through our communications to the public,” the statement reads. “We have achieved this; there is no doubt.”

Yet beneath this measured tone lies a persistent critique of the electoral process itself. The ABO has raised concerns about irregularities and submitted complaints to the Electoral Board — though they express skepticism about whether these grievances have been properly investigated with the depth and fairness the situation demands.

The Cost of Participation

In a particularly striking passage, the ABO acknowledges the sacrifices made by its members and supporters throughout the campaign period. Despite challenging circumstances, the party has maintained its presence in various election-related forums, demonstrating resilience in the face of obstacles.

“ABO members, the public, and security forces who endured difficulties during the ‘choose me’ campaign are thanked for their support,” the statement declares.

This recognition of grassroots sacrifice underscores the party’s broader narrative: that meaningful political participation often comes at great personal cost, yet remains essential for those committed to democratic transformation.

A Warning to Political Rivals

Perhaps most significantly, the ABO’s statement delivers a pointed warning to both victorious parties and perceived adversaries. The party cautions that electoral victory alone cannot resolve Ethiopia’s fundamental challenges, suggesting that those who believe otherwise risk perpetuating cycles of conflict and instability.

“Those who have won through elections must not believe that winning and gaining power alone can solve the country’s problems,” the statement warns. “They must demonstrate genuine commitment, determination, and resolve to resolve the crises through justice and truth, so that Oromia may find peace.”

The ABO particularly singles out the “Tsimdoo” forces, described as political and military groups operating from the North against Oromia and the Oromo people. “What are they coming to bring to the Oromo people?” the statement asks, urging clear-eyed reflection on the consequences of continued conflict.

Unity and Peace as Paramount Goals

Throughout the communiqué, the ABO returns to themes of unity and peace as essential prerequisites for meaningful progress. The party calls for strengthened unity among Oromo political parties through dialogue, suggesting that a unified Oromo front represents the best defense against external threats.

The statement also demands the release of political prisoners and detainees held without proper legal proceedings, framing this as a fundamental matter of justice and human rights.

“Security and unity in Oromia are serious matters that cannot be ignored,” the ABO insists, calling on Gadaa leaders and religious institutions to continue their crucial work toward peace and unity in the region.

Looking Forward

Despite its criticisms, the ABO maintains that it harbors no regrets about participating in the electoral process. The party reaffirms its commitment to the path of peaceful struggle and ideological competition, promising to strengthen and expand the space for political engagement.

“The door for ideological competition has been opened small and must be strengthened and widened,” the statement concludes. “Others must work to achieve this.”

As Ethiopia approaches this pivotal election, the ABO’s message serves as both a call to action and a cautionary tale: that democracy requires more than elections, peace requires more than power, and the nation’s future demands participation from all its diverse voices.

Adda Bilisummaa Oromoo
June 22, 2026
Finfinnee

‘An Avoidable War’: Oromo Federalist Congress Demands Immediate Action Amid Escalating Mass Atrocities in Oromia

By Oromia News Agency

FINFINNE, OROMIA– The Oromo Federalist Congress (OFC) has issued an urgent and deeply alarming statement condemning the escalating wave of mass killings, civilian displacement, and identity-based violence that has gripped the Oromia region of Ethiopia. The party, which has long been a voice for federalism and the rights of the Oromo people, expressed profound grief and anger over what it describes as a systematic campaign of violence that is spreading to new areas with unprecedented ferocity.

In a detailed press release, the OFC highlighted that the conflict, once confined to certain areas, has now expanded into central and eastern parts of the region. Specifically, the party points to the districts of Arsi, East Shewa, and West Hararghe as the latest theaters of brutal violence. The statement describes a “coordinated attack” in the Asako district of East Arsi, where civilians were reportedly targeted regardless of their ethnicity or religion, with both Amhara and Oromo, Christians and Muslims, falling victim to the bloodshed.

A Crisis of Displacement and Suffering

The humanitarian situation detailed by the OFC paints a picture of a population in despair. The party reports that in the Seru district, a systematic burning campaign has destroyed entire villages, displacing an estimated 17,000 households. Tens of thousands of vulnerable citizens have been forced to flee to remote and inhospitable areas, including dense forests and deserts. The press release described harrowing accounts of mothers giving birth alone in the wilderness, and children dying from cold, hunger, and lack of basic medical care .

The OFC’s statement squarely blames the violence on a complex and chaotic mix of actors. “The peaceful people of Oromia are currently being subjected to horrific massacres in the war between the government and armed groups,” the statement reads. It further expresses deep concern over the proliferation of splinter groups, opportunistic bandits, and counterfeit armed factions operating under various names.

The Weaponization of Identity

A key element of the OFC’s alarm is the deliberate strategy of using identity as a weapon of war. The party vehemently condemns what it calls the “cynical and dangerous” tactic of orchestrating violence to pit communities against one another—killing Christians to blame Muslims, and vice versa, or igniting conflict between Amhara and Oromo civilians. The press release warns that this strategy is a calculated attempt to dismantle the social fabric of the region for narrow political gain. “In this atmosphere of chaos, fueled by finger-pointing and mutual suspicion, truth is obscured and accountability has vanished entirely,” the statement declared .

A Call for an End to the Military-Only Approach

After eight years of military campaigns, the OFC argues that the government’s reliance on a purely military solution has proven to be a catastrophic failure, only multiplying the number and types of armed groups and leading to more civilian casualties. The party asserts that the primary, constitutional, and moral duty to protect its citizens lies with the government. “A government that has failed to protect its most vulnerable citizens has failed in its most fundamental duty,” the statement proclaims.

Urgent Demands from the OFC

To stop the bloodshed and prevent further catastrophe, the OFC has issued four urgent demands :

  1. An Immediate Cessation of Attacks on Civilians: The party calls on all parties to the conflict—including the Ethiopian National Defense Force, regional forces, all government-affiliated militias, and the Oromo Liberation Army (OLA)—to strictly adhere to international humanitarian law and immediately cease all attacks on non-combatants.
  2. Unrestricted Humanitarian Access: The OFC demands that federal and regional governments, as well as armed opposition groups, immediately open pathways for unrestricted humanitarian aid to reach the affected populations. It stresses the need for emergency food, shelter, and medical supplies for the displaced in severely affected districts like Seru, Asako, Merti, and Heben Arsi.
  3. An Independent International Investigation: Given the complexity and the conflicting narratives surrounding the violence, the OFC is calling for an urgent, independent, and transparent international investigation. The party argues that domestic institutions alone cannot ensure impartiality and accountability. It proposes an investigation involving the UN Human Rights Council and independent domestic human rights bodies to identify the true perpetrators of these horrific acts .
  4. An Inclusive Political Solution: The OFC reiterates its firm stance that the root cause of the conflict is political and cannot be resolved through force of arms. The party calls for the immediate commencement of urgent, inclusive, and unconditional political dialogue and negotiation to achieve a lasting, negotiated solution.

The Oromo Federalist Congress concluded its statement with a stark warning: “The people of Oromia must not continue to be used as pawns in a political gamble. The bloodshed must end, the rule of law must be respected, and genuine political dialogue must begin immediately.”

#Oromia #Ethiopia #OFC #HumanitarianCrisis #MassAtrocities #PoliticalSolution

Sagaleen Bilisummaa Oromoo: Sagalee Hincallisne, Hinjilbeeffanne

**Barreessaa: Daandii Ragabaa

Seenaa qabsoo Oromoo keessatti, miidiyaan bakka guddaa qaba. Garuu miidiyaa keessaa, sagaleen qulqulluun kan sababa jaalalaa fi amantaa sabaatiif sagalee baasu kan qabsoo Oromoo irratti gahee addaa buusu qaba. Kunis *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* (The Voice of Oromo Freedom) ti.

Sagaleen Bilisummaa Oromoo kan jalqaba bara 1980 fi 1990 keessatti raadiyoodhaan akka “Sagalee Oromoo” ykn “Voice of Oromo Liberation” jedhamee waamamu ture . Yeroo Dergii jiraatu, yeroo afaan Oromoo dubbachuun balaadha ture, yeroo gaazexni wayita qabametti, yeroo namni Oromoo fedhii isaa ibsuuf lafa hin argamne, *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* akka ifa ta’e.

Innis bara dheeraaf akka “madda odeeffannoo” tajaajile. Qabsooftota Oromoof, maatiifi firoota isaaniif, fi ummata Oromoo bal’ina isaatiif akka mirkanaa’ina ta’e.

Qabsoo Bilisummaa Oromoo Humneessuu

Gaheen jalqabaa *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* tajaajile: humneessuu qabsoo Bilisummaa Oromooti.

Yeroo ummata Oromoo arrabsaa fi cunqursaa jala turan, Sagaleen Bilisummaa Oromoo gabaasa qabsoo irratti, gootota Oromoo irratti, fi milkaa’insa qabsoo Oromoo irratti odeeffannoo dhugaa tamsaasa ture.

Karaa gaggaarii itti qabsoo humneesse:

– **Odeeffannoo dhugaa raabsu:** Mootummaan cinaatti waan tamsaasu utuu hin ta’in, qabsooftota fi ummata Oromoo waa’ee qabsoo dhugaa akka beekan godhe.

– **Gootota fi qabsooftota jajjabeessu:** Yeroo qabsooftonni Oromoo abdii kutatan, sagaleen kun ergaa abdii fi jajjabina isaaniif tamsaasa ture.

– **Walitti qabuuf gargaaruu:** Oromoonni dhuunfaa, miti. Qabsoo Oromoo kan jaalatu hundi tokko akka ta’an beeku. *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* Oromoota gamtaa ta’aniif chaanaala ta’e.

Akka seenaatti, sagaleen kun “jajjaboo callisuu hin dandeenye” ta’ee tajaajile. Mootummaan yeroo baayyee sagalee kana cufuu yaalu, carraaqqii balleessuuf godhu. Garuu hin milkaa’ine. Sagaleen kun ammallee jira. Ammallee ni dhaga’ama.

Ummata Oromoo Dammaqsuu

Gaheen lammaffaa *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* tajaajile: dammaqsuu ummata Oromooti.

Yeroo dheeraaf, ummata Oromoo akka “hin beekne”, akka “hin hubanne”, fi akka “hin dammaqne” godhame. Mootummaan adda addaa ofii isaaniif tola Oromoo callisuu fi abjuu isaanii dhoksanii turan.

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo* dammaqsiisa.

Akkamitti dammaqsiisa?

– **Seenaa Oromoo ibsu:** Barumsi mootummaa seena Oromoo dhoksa; Sagaleen Bilisummaa Oromoo ibsa.

– **Faarfannaa fi walaloo Oromoo tamsaasu:** Yeroo namni Oromoo faarfannaa isaa dhaga’u, onneen isaa ni ‘socho’a. Yeroo walaloo dhaga’u, fedhiin isaa ni ka’a.

– **Eenyummaa Oromoo mirkaneessu:** Ati Oromoo. Ani Oromoo. Nuti Oromoo. Waan kana sagaleen kun iyyuu fi haasa’uu isaatiin, ummanni Oromoo ofii isaa beekuu jalqaba.

Akka fakkeenyaatti, sagaleen kun wallee Oromoo, sirboota aadaa Oromoo, fi oduu durii Oromoo tamsaasa. Kuni Oromoota dargaggoota magaalaa fi alaatti jiran waliin hidha. Isaanis “ani Oromoo” jechuun itti waamama.

Yeroo ummanni Oromoo dammaqu, inni ofii isaa beeka. Yeroo of beeku, mirga isaaf dhaabbachuu danda’a. Yeroo mirga isaatiif dhaabbachuu danda’e, bilisummaan isaa ni dhufa.

Kaayyoo Bilisummaa Oromoo Bekeesisuu

Gaheen sadaffaa *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* tajaajile: kaayyoo Bilisummaa Oromoo beeksisuu ti.

Kaayyoon kun maal? Bilisummaan Oromoo maal jechuudha?

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo* deebisa:

– Bilisummaan Oromoo mirqa Oromoo keessaa isa tokkoffaadha.

– Bilisummaan Oromoo tajaajila mootummaa namaaf kennu qofa miti; inni ofiin Oromoo akka mataa isaa muree buluu danda’u.

– Bilisummaan Oromoo akka Oromootti jiraachuudha – kabaja, ulfina, fi bilisummaan.

Yeroo mootummaan Bilisummaa Oromoo “balali” ykn “tajaajila hin mirkanaa’in” jechuun carraaqqii balleessuu yaalu, *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* amanamummaa isaatiin dhaabbata.

Yeroo hundatti kan beeksisu:

– Gootota Oromoo fira keenya akka ta’an

– Qabsoon Oromoo kaayyoon isaa akka qabu

– Bilisummaan Oromoo abjuu miti; dhugaa ta’uu danda’a

Sagaleen kun akka “dungoo” ta’ee fageenya ifa baasa. Akka “barii” ta’ee waaree barii oolma.

Gaheen Dabalataa: Walabummaa fi Amanamummaa

Gaheen dabalataa *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* tajaajile: walabummaa fi amanamummaa (trust).

Yeroo miidiyaan mootummaa yeroo baayyee “wandaba” waliin beekamu, *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* amanamaa ta’uuf carraaqa. Innis:

– Waan dhugaa ta’e qofa tamsaasa

– Odeeffannoo osoo hin cinaatti hiikni

– Sababa garee addaa, miti, sababa Oromoo hundaa

Kanaaf, ummanni Oromoo yeroo sagalee kana dhaga’u, amanama. Yeroo amanamuu, ni fayyadam. Yeroo fayyadamuu, qabsoo Oromoo ni jajjabeessa.

Rakkoo fi Cimina

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo* karaa salphaa hin deeme. Mootummaan yeroo adda addaa:

– Sagalee kana cufuu yaale

– Raadiyoo irratti jamming (dhaabu) hojjete

– Ogeeyyii sagalee kanaa qabuu ykn balleessuu yaale

Garuu, sagaleen kun cimina qaba. Yeroo mootummaan karaa tokko cufu, karaa biraa bana. Yeroo ogeessi tokko qabamu, kan biraa ni ka’a.

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo* hin callisne. Garaan isaa hin duune.

Haala Ammaa

Yeroo ammaa, *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* akka raadiyoo, akka weebsaayitii, fi akka tajaajila dijitaalaa jira. Oromoonni addunyaa maraa, miiliyoonaan, isa dhaggeeffatu.

Innis ammallee:

– Qabsoo humneessa

– Ummata dammaqsa

– Kaayyoo Bilisummaa Oromoo beeksisa

Maaluma duri ture, ammallee isa.

Ibsa Dhuma

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo* sagalee qofa miti. Innis waadaa ummata Oromoo gidduu ti. Innis mirkanaa’ina: “Nu Oromoo. Mirga keenya qabna. Bilisummaan keenya ni dhufa.”

Kanaaf, yeroo gaazexaa fi raadiyoon biraa callisaniyyuu, yeroo mootummaan sagalee Oromoo cufuu yaalutti, yeroo mormiin Oromoo cimsiifamutti, *Sagaleen Bilisummaa Oromoo* ni haasa’a.

Innis sagalee ummataa. Innis sagalee qabsoo. Innis sagalee Bilisummaa Oromoo ti.

*Sagalee kana dhaggeeffadhu. Ati Oromoo. Waan kunis kan kee ti.*

*Daandii Ragabaa, miidiyaa fi qabsoo Oromoo irratti kan gabaase*

*Sagaleen Bilisummaa Oromoo – yeroo tokko irratti, ammallee ni jira.*

ገዳ የኢትዮጵያ ሥልጣኔ

የገዳ ስርዓት የኦሮሞ ህዝብ ከመሠረታቸውና ካዳበራቸው ሁሉን አቀፍ የአስተዳደር ስርዓቶች መካከል ከፍተኛው ነው ማለት ይቻላል፡፡ የገዳ ሥርዓት የወንዶች የዕድሜ መደብ መሠረት አድርጎ የኦሮሞ ሕዝብ በመንግሥተ ሕዝብ (ዴሞክራሲ) ወግ የሚተዳደርበት ሥርዓተ ማህበር ነው። ገዳ አንድ ዓይነት ተቋማዊ ሥራ ብቻ የሚከናወንበት ሳይሆን፣ ፈርጀ ብዙና አያሌ ዘርፎችን በውስጡ ያካተተ፣ የኦሮሞን ሁለንተናዊ ሕይወት በሁሉም አቅጣጫ የሚመራ ሥርዓት ነው። በውስጡም የሚከተሉት ተቋማት ይገኛሉ።

ገዳ የተወሰነ ዑደት ያለው ሆኖ፣ በየስምንት ዓመቱ ከአንዱ የገዳ እርከን ወደሚቀጥለው እርከን የሚተላለፍበት እና ሥልጣን በሰላማዊ መንገድ የሚሸጋገሩበት ዴሞክራሲያዊ የአስተዳደር ሥርዓት ነው። እያንዳንዱ የገዳ መደብለተወሰነ ጊዜ (ገዳ) በስልጣን ላይ የሚቆይበት ይህ ስርዓት በመደበኛ የስልጣን ማስተላለፍ ሥነ-ስርዓት የሚጀመርና የሚጠናቀቅ ይሆናል፡፡ የገዳ ስርዓት የርስ በርስ ሚዛናዊ ክትትልና ቁጥጥርን፣ በየስምንት ዓመቱ በተከታታይ የሚደረግ የስልጣን ሽግግር፣ የስልጣን ክፍፍል (በአስፈፃሚ፣ በሕግ አውጭ እና በፍትህ አካላት)፣ ሚዛናዊ ተቀናቃኝ (በአምስት ፓርቲዎች መካከል) እና በከፍተኛ እና ዝቅተኛ መካከል የሥልጣን መጋራት መርሆዎች አሉት፡፡ የአስተዳደራዊ አካላት ስልጣን በአፋኞች እጅ እንዳይወድቅ ይከላከላል፡፡

እንደታዋቂው የኦሮሞ ህዝብ የፖለቲካ ታሪክ ጸሐፊ አስመሮም (1973) ገለጻ ገዳ የፖለቲካዊ፣ ወታደራዊ፣ ኢኮኖሚያዊ እና የአምልኮ ሥርዓቶችን በማካተት በየስምንት ዓመቱ እርስበርሳቸው በሚተካኩ የመደብ (ሉባ) ስርዓት ላይ የተመሠረተ ነው፡፡ ከዚህ አንጻር በየጊዜው የሚካሄዱ ምርጫዎች፣ ተጠያቂነት የሚሰፍንበት አሠራር፣ ሰላማዊ የስልጣን ሽግግር የሚከናወንበት አካሄድ፣ ሀሳብን በነፃነት መግለፅ፣ እንዲሁም መግባባትን ታሳቢ ያደረጉ ረጃጅምና የተዋቀሩ ክርክሮች የማኅበረ-ባህላዊ ሃብቱን (የገዳ ስርዓትን) ዴሞክራሲያዊነት የሚያረጋግጡ ናቸው፡፡ እነዚህ የስርዓቱ ገፅታዎች የኦሮሞ ህዝብን ውስጣዊ አንድነት ከማጠናከር ባለፈ የተለያዩ ባህሎች፣ ሃይማኖቶች እና የፖለቲካ ፍላጎቶች ባሏቸው ህዝቦች መካከል የውይይት ባህልን በማጠናከር ሰላማዊ ግንኙነቶችን አዳብረዋል፡፡

ገዳ የኦሮሞን የዓለም አተያይ፣ ሥነምግባር፣ እሴቶችን እና ደንቦችን በመቅረፅ እንዲሁም የኦሮሞን ህዝብ እርስበእርስ እና ከሌሎች ብሄረሰቦች ጋር በማስተሳሰር ረገድ ወሳኝ አስተዋጽኦ ያበረክታል፡፡ በገዳ ስርዓት ውስጥ ያሉ ተቋማት ማህበራዊ ትስስርና ውህደት ለመፍጠር፣ የጋራመግባባት፣ ግጭቶችን እና አለመግባባቶችን በሰላም ለመፍታት፣ የሰብአዊ መብቶችን ማክበር እንዲሁም ማህበራዊ መረጋጋት እና ዘላቂ የሀብት አያያዝን ለመፍጠር የታቀዱ ናቸው፡፡

የኦሮሞ ህዝብ ከጥንት ጀምሮ ሲጠቀምባቸው የነበሩና አሁንም ግልጋሎት እየሰጡ ያሉ የበርካታ ግጭት ከልካይ ማኅበረ-ባህላዊ ሃብቶች ባለቤት ነው፡፡ የሥርዓቱ መርሆዎች የሁሉም ጎሳዎች፣ የዘር ሐረጎች፣ ክልሎች እና ኮንፌዴሬሽኖች ሚዛናዊ ውክልና፣ የመሪዎች ተጠያቂነት፣ በእርቀሰላም አለመግባባቶችን መፍታት እና መሰረታዊ መብቶች እና ነፃነቶች መከበራቸዉን ያካተቱ ናቸው፡፡ በመሆኑም የገዳ ስርዓት ግጭትን ከመከላከል አንጻር የጎላ ሚና ይጫወታል፡፡ ለምሣሌ “የገዳ ምክር ቤት ከአንድ ባህላዊ ክዋኔ በፊት ወይም በክዋኔው ወቅት የሚፈጠሩ ቀውሶችንና ማንኛውንም ዓይነት ግጭቶችን (ልማዳዊ፣ ፖለቲካዊ፣ ሞራላዊ፣ ህጋዊ ወይም ኢኮኖሚያዊ) ይፈታል” በማለት አስመሮም በጽሁፉ ያብራረል (1973፡ 86)፡፡ በአጠቃላይ እነዚህ ሃብቶች የኦሮሞን ህዝብ እርስበርስ ያጋመዱና ሰላማዊ መስተጋብርን ማጽናት የቻሉ ከመሆናቸውም ባሻገር ከከሌሎች ወንድም ህዝቦችና ጎረቤቶቹ ጋር በሰላም አብሮ መኖር እንዲችል ማህበረ-ባህላዊ ምህዳሩን አመቻችቶለታል፡፡ ከነዚህ መካከል የሚከተሉት ማኅበረ-ባህላዊ ሃብቶች በግጭት ከልካይነታቸው ከፍተኛ አስተዋጽኦ ያበረክታሉ በሚል የተጠቀሱ ናቸው፡፡

የገዳ እርከንና አኗኗር

የገዳ እርከን ማህበራዊ አገልግሎትንና ጠቀሜታን ማእከል በማድረግ የስራ ሀላፊነትና ተጠያቂነትን ለህዝቦች በመስጠት የተዋቀረ ነው፡፡ ይህም በሁለት መልኩ ይመሰረታል፡፡ ይህም አንደኛው አባቶቻቸው ከ40 ዓመት በታች የሆኑት እንደ ተወለዱ የመጀመሪያው ገዳ እርከን ይገባሉ፡፡ ይህም ማለት አባቱ ስልጣን ላይ እያሉ የተወለደ ልጅ ዳባሌ ይገባል፡፡ ይህ ከ40 አመት በኋላ አባ ገዳ የመሆን እድል ያለው ይሆናል፡፡ ሌላው የጃርሳ ልጆች በትውልድ እድሜ እኩል ሳይሆኑ በአንድ ገዳ እርከን ውስጥ የሚገኝ ማለት ነው፡፡ ይህም አባቶቻቸው ከገዳ የወጡ ልጆች ማለት ነው ወይንም፡፡ ይህም እንተወለዱ የሚገቡት እርከናቸው ደግሞ ሌላ እርከን ይሆናል፡፡ በዚህም ምክንያት ከ40 አመት ቀድመው ገዳ ይገባሉ ወይንም ዘግይተው ከገዳ ይወጣሉ በዚህ ምክንያት አባ ገዳ የመሆን እድል ሊያጡ ይችላሉ፡፡ የማህበራዊና የስራ ድርሻ እንደየእድሜ ያቸው ተመሣሣይ ሲሆን የስላጣን ተጠያቂነታቸው ላይ ልዩነት ይኖራቸዋል፡፡ በአጠቃለላይ ስም የእርከን ስሞች እንደሚታወቀው ይከተላሉ፡

1. ደበሌ ከ0—8

2. ጋሜ ከ9-16

3. ፎሌ ከ17-24

4. ራባ ከ25-32

5. ዶሪ ከ33-40

6. ገዳ ከ41-48

7. ዩባ 1 ከ49-56

8. ዩባ 2 ከ57-64

9. ዩባ 3 ከ65-72

10. ዩባ 4 ከ73-80

11. ገዳሞጂ ከ80 በላይ

ማንኛውም የኦሮሞ ወንድ ከተወለደበት ዕለት ጀምሮ በገዳ ሥርዓት ይታቀፋል። ሲታቀፍም ከገዳ መደቦች መካከል የአንዱ አባል በመሆኑ ነው። በጥንቱ የገዳ ሥርዓት የገዳ መደቦች ብዛት ዐሥር ሲሆን፣ ከዐሥሩ የገዳ መደቦች መካከል የመጀመሪያዎቹ አምስት መደቦች የአባቶች ሲሆኑ፣ ቀጣዮቹ የገዳ መደቦች ደግሞ የልጆች ገዳዎች ናቸው። አምስቱ የገዳ መደቦች ዑደት (አንዳንዴ ቡታ ይባላሉ)። እያንዳንዳቸው መጠሪያ ስሞች አሏቸው።

ገዳ ወይንም ገዶማ ከሁሉ እርከኖች እጅግ በጣም ወሳኝ እርከን ነው፡፡ ይህም የፖለቲካና ማህበራነት መሪነትን የሚጨብጡበት ስልጣን ብቻ ሳይሆን የሀገር እጣፈንታ በእጅ ላይ የሚወድቃበት ጊዜ ነው፡፡ ይህ እርከን በጣም ወሣኝና እጅግ አስፈላጊ እርከን ሲሆን የገዳ ትልቁ ስልጣን የሚይዝበት እንዲሁም የእምነት መሪነትም የሚሆንበት ጊዜ ነው፡፡ አባ ገዳ በገዳ ሥርዓት ሕግ ለስምንት ዓመታት ብቻ እንዲያገለግሉ በሕዝብ ተመርጠው ሥልጣን ላይ የሚወጡ ባለሥልጣኖች ወይም የአስተዳደር አብላጫ ቁንጮ ነው።

እያንዳንዱ የገዳ ሥልጣን ዘመን 8 ዓመት ነው። ሥልጣን ላይ የሚቆዩ 5 ገዳዎች አሉ። ስለዚህም የገዳ የሥልጣን ዑደት 40 ዓመት ይሆናል። በሌላ አገላለጽ በ40 ዓመት ዑደት ውስጥ 5 ገዳዎች አሉ ማለት ነው። አንድ ሰው አሁን ሥልጣን ቢይዝ ወይም ሉባ ቢሆን ከዛሬ 40 ዓመት በኋላ ደግሞ የሱ ልጅ ሉባ ይሆናል ማለት ነው። ስለሆነም ገዳ ዐውደ ግዛት ይሰኛል።

መጽሐፉን በ PDF ለማንበብ የምትፈልጉ ካላችሁ ከሥር የሚገኘውን Link በመጫን ማውረድ ትችላላችሁ።